Dorgomiin Ispoortii Aadaa 18ffaa fi Feestivaaliin Ispoortii Aadaa 14ffaa Itoopiyaa Dirree Dhawaatti geggeefamuu jalqabe.

    Itti-Aanaan Koomishinii Koomishina Ispoortii M.F.D.R. Itoophiyaa Obbo Duubee Jiloo fi Itti-Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawas Obbo Kadiir Juhaarii fi geggeesotni Bulchiinsaa sirna baniinsa Dorgomii Ispoortii Aadaa 18ffaa fi Feestivaala Ispoortii Aadaa Itoophiyaa 14ffaan Guraandhala 21-2013 Dirree Dhawaatti geggeefamu jalqabe.