Qabernyi Biyyee Kenya Badhaadhina Keenyaaf! Mataduree jedhuun Sagantaan Baninsa Misooma Sululaa Bonaa Bars 2017 Bulchinsa Dirree Dhawaa Kilaastara Asallisoo Araddaa Lagadoolitti Gaggeeffamaati Jira.

Sagantaa Kanarratti Hoggantoonni Olaanoon Bulchinsaa, Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa, Gaggeessitoonni Kilaastarichaafi Jiraattonni Araddaa Lagadool kan hirmaatan yommuu ta’u, guutuu vabaasa kanaa hordofnee kan is in biraan geenyu ta’a.

Iliyaas Aammeetiin

Suuraa:Salaam Abbabaafi Mulualam Dassee

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *