Qormaanni Ministirii Kutaa 6ffaa Bara 2018 Sadarkaa Bulchinsaatti Har’a Kennamuu Jalqabe.

Ogeeyyiin Barnootaa ol’aanoo Yunivarsitii Dirree Dhawaafi Kollejjii Barnoota Barsiisotaa Dirree Dhawaa waliin ta’uun kan qophaa’eefi sirna barnoota haaraatiin yeroo lammaffaaf kan kennamu qormaanni kutaa 6ffaa bulchinsatti barattoota kuma 8fi 100 ol qormaaticha fudhachaa jiraachuu Hogganaan Biiroo Barnootaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Sulxaan Aliyyii Ibsaniiti jiran. Meeshaaleen Qqormaata Kutaa 6ffaa kennuuf barbaachisan hundumtuu dursee qophaa’uufi barsiisotaafis…

Read More

Gochi Tola-Ooltummaa kan Dhalatootaa fi Jaalatoonni Dirree Dhawaa raawachaa jiran kan galateefamuu qabuu jedhan.

Dhaabbanni Tola Oolaa Waldaa Misooma Hawaassummaa kan Qindoominaan Badhaadhuu deegarsa damee gara garaaf oolu gomaacheera. Mana Kitaabaaf kan oolu Kitaabotaa fi Siidiin, Meeshaan guddaan Qorannoo ijaaf oolu ,Meeshaan Uffataa fi meeshaaleen Daa’immaniif oolu, akkasumaas Ambulaansii fi Meeshaan Uffataa Tajaajila ittisa Balaa tasaaf oolu gomaachaniiru. Sagantaa kana irratti haasaa kan taasisan Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo…

Read More

Jiraatonni Aanaa 08 Sagalee keenyaan Mootummaa nuuf ta’u Filachuuf Qophoofnee jiraa jedhan.

Filannoo Biyyaalessaa 7ffaa Gaggeefamuuf jedhu ilaalchisuun Bulchiinsa Dirree Dhawaa Aanaa 08 Jiraatonni yaada nuuf laatan akka jedhanitti Sagalee keenyaan Mootummaa nuuf ta’u Filachuuf Qophoofnee jiraa jedhan. Jiraatonni Kun yaada nuuf laataniin akka jedhanitti Filannoo Biyyaalessaa 7ffaa kan Nagaa fi Dimokraatawaa akka ta’uuf nuti jiraatonni keessattuu Dargaggoonni adda durummaan shoora gama Keenyaa bahachuu qabnaa jedhan.

Read More

Jiraattonni Dirree Dhawaa Filannoo Biyyaalessaa 7ffaa boruu hawwii guddaan eeggachaa jirraa jedhan.

Filannoon biyyaalessaa Marsaa 7FAA Caamsaa 24, 2018 ni gaggeeffama; har’a jala bultii kana jiraattonni Bulchiinsa Dirree Dhawaa guutuu dimokiraasii, nagaa fi bilisummaan sagalee kennuuf qophii guutuu ta’uu ibsaniiru. Jiraattonni kunneenis yeroo seena qabeessa boru ganama sa’aatii 12:00 irratti buufatawwan filannoo banamuun itti gaafatamummaa lammummaa isaanii bahachuu fi hiree egeree isaanii harka isaaniitti murteessuuf hawwii guddaan…

Read More

Jiraattoonni Magaalaa Dirree Dhawaa Filannoo Biyyaaleessaa Marsaa 7ffaaf Qophii Ta’uu Ibsan.

Filannoo Biyyaaleessaa Marsaa 7ffaaf Wiixata Dhufu Caamsaa 24/ 2018 gaggeeffamuuf jirurratti hirmaachuudhaan sagalee isaanii paartii barbaadaniif kennuun filachuudhaaf qophii xumuranii guyyaa filannoo eeggachaa jiraachuu jiraattoonni Magaalaa Dirree Dhawaa ibsani. Jiraattoonni kunneen akka jefhanitti mirga isaanii fayyadamuufi sirna dimokraasii ijaaramaa jiru cimsuuf adeemsicharratti hirmaannaafi gahee isaanirraa barbaachisu gumaachuuf qophii ta’uu himan Kaardii filannichaa fudhatan sirritti qabachuudhaan…

Read More

Poolisiin Dirree Dhawaa Jijjiiramaan Booda Riifoormiidhaan Hojiiwan roga baay’ee hojjachuun ibsame.

Qajeelchi Waliigala Poolisii Dirree Dhawaa Gaggeesotaa fi Miseensota yeroo turtii isaanii xumuraniif sagantaa Gulantaa Uwwisuu guyyaa arraa Gaggeessa. Sagantaa Gulantaa Uwwisuu gaggeefame kana irratti argamuun haasaa kan taasisan Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamoo Obbo Kadiir Juhaar akka jedhanitti Gaggeesotaa fi Miseensonni Qajeelcha Waliigala Poolisii Dirree Dhawaa kan guyyaa arraa Guddinni Sadarkaa laatameef Kun kanaan dura…

Read More

Jiila Obbo Aadam Faaraahiin duurfamu Dirree Dhawaatti simmannaan taasifame.

Jilli sadarkaa Itti Aanaa Muummicha Ministeeraatti pirezdaantii Paartii Badhaadhinaa biyyaaleeysaafi qindeeysaan jiddu gala ijaarsa sirna dimokraasii Obbo Aadam Faaraah’tiin duurfamu Dirree Dhawaa gale. Jiila kanaaf sadarkaa Itti Aanaa muummicha ministeraatti Itti aanaa Dura taa’aa Paartii Badhaadhinaa biyyaaleeysaa fi Qindeessaan jiddugala ijaarsa sirna Dimokraasii Obbo Adam Faarahiin durfamu buufata Xayyaaraa Idil Addunyaa Dirree Dhawaa geyu simannaan…

Read More