Leenjiin kuniis Paartii Badhaadhinaatti Ittigaafatamaa damee Qunnamtii fi Hariiroo Alaa Dr. Biqilaa Burrisaa kan kennamuudba.
Waltajjii marii kana irratti Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamoo Obbo Kadiir Juhaar dabalatee gaggeessonni ol’aanoon Bulchiinsa Dirree Dhawaa kan argaman yoo ta’u leenjichiis guyyoota sadiif kan kennamuudha.
Waxaa kabilaabmay tababarka kobcinta awooda hogaaminta iyo xirrfadlayaasha isgaadhsiinta oo hal ku dhiigiisu yahay waa waagii xaqqa oo ay ka dambayso run iyo aqoon


