Kabajamoo Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhaawaa fi Geggeessonni Ayyaana cuuphaa irratti

Bulchiinsa Dirree Dhaawaa haala miidhagaan Kan Kabajamaa jiruun Kabajamoon Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhaawaa fi Hoogantoonni Ol’aanoon Bulchiinsaa fi Geggeessonni Sadarkaa gara garaa Guyyaa arraa Taabotoonni iddoo cuuphaa Bulan irraa gara teesumaa isaaniitti yeroo deebi’an dabaalaniiru.

Kana malees hordoftoota Amantichaa kanneen Taabotoota dabaalaa turaniifiis Gaggeesota Aanaalee fi amantichaa qindeessuun Nyaata mi’aawaa fi Bishaan haalli itti laatan Kan Aadaa waliin jireenya Dirree itti calaqiseedha.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *