Hiriiricharratti Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar dabalatee Hoggantoonni Olaanoon bulchinsaa, Hojjettoonni mootummaa jiraattoonni bulchinsaa hedduun argamanii jiran.
Biiroon Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa Bulchinsa Dirree Dhawaa odeeffannoo Dabalataaf Hordofnee kan isn biraan geenyu ta’a.


