Mataduree “Bitootessitoota Bu’aa Jijjiiramafi Abdii Boruuf!” Jedhuun Waltajjiin Marii Hoggantoota Bulchinsaa Gaggeeffamaati jira.

#DGC Bitootessa 16/2017

Paartiin Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaa mataduree “Bitootessitoota Bu’aa Jijjiiramafi Abdii Boruuf!” Jedhuun hoggantoota bulchinsaa waliin Waltajjiin Mario gaggeessaati jira.

Waltajjiin kana Kantibaa itti aanaa fi hogganaa biiroo daldalaa industiriifi invastimantii bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuh waltajjicha kan jalqabsiisan yommuu ta’a Hogganaa Itti aanaa waajjira paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaafi Hogganaa Damee Siyaasaa Obbo Shaakir Ahmed Sanada Marii mataduree “Bu’aawwan jijjiiramaafi Abdiiwwan Fuulduraa” jedhu dhiheessuun Mariin bal’aan gaggeeffamaati jira.

Iliyaas Aammeetiin

Suuraa: Agenyehu Shawaaraggaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *