Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Bakka bu’oonni Qaamolee hawaasa gara garaa Kan irratti hirmaatanii fi Paartiin Badhaadhinaa Murteewanii fi Kallattiiwan fuulduraaf kaa’aman irratti Kan xiyyeefate waltajjii Marii Biyyaalessaa Dirree Dhawaatti gaggeefamuu jalqabeera.
Suuraa Aganyahu Shawaaraggaa


