Jiilli Hooggantoota Bulchiinsaa kan muuxannoo Guyyoota Lamaaf Imalaa jiru keessaa Gareen Kantiibaa obboo Kadir juhaariin duurfamu gara jimmaa kan imale yoo tahuu guyyaa iddoolee hujii misoomman gara garaa daawwachuutti arkaman.
Jiilli Hooggantoota Bulchiinsaa Dirree Dhawaa Daawwannaa fi Muuxannoo hujilee misooma gara garaa qoodachuuf imale daawwannaan ittifufeeti jira.


