Jilli Aanga’ootaa Dhaabbata Qabeenya Idil-addunyaa”Worlid Resource Inistitution”(WRI) Daayreektara Citiis For African durfamu Magaalaa Afrikaa Kibbaa-Juhaanisbarg, fi Ruwaandaa-Kigaalii irraa walitti baba’uun garana kaleessa gara Magaalaa Dirree Dhawaa kan I male yommuu ta’u, Yeroo ammaa kanattis Hojiilee Piroojektii Sagantaa ” SUnCASA” tiin bulchinsatti hojjetamaa jiranirratti waltajjii marii gaggeesaati jira.
Waltajjicharratti Kabajamoo Kantibaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa dabalatee annaga’oonni olaanoon bulchinsaa fi qaamolee dhimmi ilaallatu argamaniiti jiru.


