Ayyaana Paartii Badhaadhinaa Waggaa 5ffaa Sababeeffachuun Agarsiisni Suuraa Jiraattota Bulchinsaatiin Gaggeeffame.

#DGC Sadaasa 3/2017

“Yaada Fooyya’aa Badhaadhinaa Hundagaleeysaaf” Mataduree jedhuun agarsiisa suuraa qophaa’e guyyaa har’aa hoggantoonnifi hojjettoonni Waajjira Komunikeeshinii mootummaa Bulchinsa Dirree Dhawaa fi jiraattonni Bulchinsa hedduun

Agarsiisni Suuraa Qophaa’e kuni milkaa’inootaafi injifannoowwan dinagdee siyaasaafi hawaasummaa paartichi waggoottan Shanan darban keessatti galmeesse kan yaadachiisu yommuu ta’u daawwattoonni tokko tokko yaada kennaniin paartichi imala Waggaa shanan darbe kana keessatti Roga hundaan hojiilee jajjabeessaa hedduun hojjechuufi fuulduraafis Badhaadhina biyyattii dhugoomsuuf abdii cimaan horachuu ibsaniiti jiran.

Iliyaas Aammeetiin

Suuraa: Salaam Abbabaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *