Ilaalcha Kadhattummaafi Gargaaramummaa Keessaa Bahuun Badhaadhinaa Biyya Keenyaa Mirkaneessuuf Qundumtuu Qojjechuu Qaba Qedhame.

Gargaaramuurraa Gara Oomishtummaatti Birmadummaafi Kabaja Guutuu Biyyattiif!

Mataduree Jedhurratti Mariin Hawaasaa Gaggeeffamaa jira.

Waltajjii marii kanarratti Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar, Hogganaa Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Ibraahim Yuusuf Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Kibba Itoophiyaa Obbo Xilaahun Kabbadaa, Miseensonni Kaabinee Bulchinsaa, Abbootiin Amantaa Abbootiin Gadaa Ugaazonni, bakka bu’oonni garee hawaasaa, jiraattoonni Magaalaafi baadiyyaa Bulchinsa Dirree Dhawaafi keessummoonni kabajaa hedduun argamaniiti jiran.

Bal’ina Oduu Kanaa hordofnee kan isin biraan geenyu ta’a.

Iliyaas Aammeetiin

Suuraa: Salaam Abbabaatiin.

Waxaa loo baahan yahay in loo guntado sidii loo xaqiijin lahaa barwaaqada dalkeenna iyadoo laga baxayo hab-dhaqanka tuugsiga iyo caawimaada sugida loona gudbo wax soo saar .

Laga soo bilaabo waxtarka ilaa wax soo saarka xorriyadda iyo sharafta dalka oo dhan!

Waxaa jira dood bulsho oo mowduuca ku saabsan.

Madashan oo ay ka soo qayb galeen duqa ismaamulka dir dhabe Mudane khadiir juhar madaxa xafiiska xisbiga barwaaqo ee laantani dir dhabe Mudane Ibraahim Yuusuf, Madaxweynaha daawlad deegaanka Konfureed ee Itoobiya Mudane tilahun kabadhe. Waiilo ka kala ka socda bulshada. dhaliyarada, cuuqasha,culumawdiinka iyo qaybaha kale ee bulshada.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *