Dirree Maaycro Faaynaans Ji’oottan Sadan Darban Keessatti Birrii Mil. 302 ol maammiltootasaaf leqeessuu danda’uu ibse.

Maaykiroo Faaynaansiin Dirree Gamaaggama Raawwii Karoora Hojii bara 2018 Kurmaana 1ffaa gaggeesse.

Waltajjii Gamaaggama raawwii kanarratti gabaasni raawwii dameewwaniifi Waajjira muummee dhihaachuudhaan Marion bal’aan gaggeeffameeti jira.

Hojigaggeessaan olaanaan Dhaabbatichaa Obbo Tashoomaa Abbabaa haasaa taasisaniin ji’oottan darban keessatti Birrii Mil. 324 liqeessuuf karoorfatanii Birrii. Mil. 301 ( 94% ) liqeessuu danda’uu ibsan.

Liqii kenname sassaabuunis walqabatee Birrii Mil. 517 sassaabuuf karoorfachuun mil. 501 (97%) milkeessuu kan dubbatan Obbo Tashoomaan ji’oottan sadeen darban kanneenitti raawwii gaarii galmeessuu ibsaniiti jiran.

Dhaabbitichi Birrii Mil. 47 intarpiraayzootaaf fandii gochuu danda’uu kan ibsan Obbo Tashoomaan fedhii maammiltootasaanii bu’uraa godhachuun xiyyeeffannoo guddaan hojjechaa jiraachuu human

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *