Filannoo Biyyaalessaa 7ffaa Gaggeefamuuf jedhu ilaalchisuun Bulchiinsa Dirree Dhawaa Aanaa 08 Jiraatonni yaada nuuf laatan akka jedhanitti Sagalee keenyaan Mootummaa nuuf ta’u Filachuuf Qophoofnee jiraa jedhan.
Jiraatonni Kun yaada nuuf laataniin akka jedhanitti
Filannoo Biyyaalessaa 7ffaa kan Nagaa fi Dimokraatawaa akka ta’uuf nuti jiraatonni keessattuu Dargaggoonni adda durummaan shoora gama Keenyaa bahachuu qabnaa jedhan.


