Hirmaattita kanneen keessaa tokko tokko keessaa tokko tokko yaada DGC fi kennaniin Obboleewwan Keenya kanneen amantaa Ortodoksii hordofan yommuu iddoo ayyaanichaarraa deebi’an akka dadhabbiin itti hindhaga’amneef nuti muslimtoonnis akkuma isaan yeroo nuti Dirree salaata iidaarraa gallu nyaataafi dhugaatii qopheessuun nu cinaa dhaabatan Haala kanaan qopheessineeff; duudhaan akkasii kunimmoo durumaan kan abbootiin keenya gochaa turan waan ta’eef waliin jireenyaafi gammachuufi gadda keenya kan waliin qooddannuudha jedhan.
Bal’ina oduu kanaan hordofnee kan isin biraan geenyu ta’a.
Iliyaas Aammeetiin
Suuraa: Teedroos Luulsaggad


