Jilli Kabajamoo Kantiibaa Bulchiinsa Dirreen Dhawaa Obbo Kadiir Juhaarii fi Ministeerri Indastirii Obbo Malaakuu Alabal hammaate guyyaa arraa Indastiriiwan Oomishtoota 11 Eebbisan.
Sagantaa eebbaa kana irratti Kantiibaa Bulchiinsa Dirreen Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar akka jedhanitti Dirree Dhawaatti Hundeeffama Moitummaa jijjiiramaan Asiitti Indastiriiwan Oomishtoonni hawaasa naannichaa fayyadamtummaa isaanii guddisaa jiruu jedhan.
Ministeerri Indastirii Obbo Malaakuu Alabal gama isaatiin Dirreen Dhawaa magaalaa halkaniifi guyyaas Sichiin itti gaggeefamu tan sochiin Itoophiyaan haa Oomishtuu itti bu’ureefamee jedhan


