Iddoon Guutuu Qaama Magaalaa Dirree Dhawaa arguuf dandeesisu misoomfamaati jira.

Gaara Seenaa Magaalaa Dirree Dhawaa fi Manbarnoota Waliigala Hayaaskuul birratti argamu gubbaarra iddoon Guutuu Qaama Magaalaa Dirree Dhawaa arguuf dandeesisu kan Biiroo Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaattiin misoomfamaati jira.

Waa Goobta muuqaal ahaan tusinaysa Magalada diri dhabe ee uu xafiiska warfaafinta arrimaha dawladda Ee Ismaamulka dir dhabe ku rakibay dugsiga sare korkisa wadada looga baxo Harar.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *