Oduu | Koomishiniin Marii Biyyaalessa Itoophiyaa Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Isniina marii Marsaa Ajandaa Walitti qabuu Isniina jalqabuufi.

Koomishiniin Marii Biyyaalessa Itoophiyaatti Koomishinar Ambaasaaddar Mahammuud Diriir ibsa Gaazexeesitootaaf laataniin addeessan.

Koomishiniin Marii Biyyaalessa Itoophiyaa Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Marsaa Ajandaa Walitti qabuu Isniina Hagayya 6 jalqabuun Qaamolee hawaasa gara garaa bakka bu’uun Filamanii fi Qaamolee ga’ee waliin Ajandaa Walitti qabuu Isniina akka jalqabuufi hojii Ajandaa walitti qabuu raawatuuf Bulchiinsa Dirree Dhawaa keessatti Qaamolee hawaasaa Aanaalee magaalaa fi kilaastaroota baadiyyaa hunda irraa filamtan marsaa Ajandaa sassaabuu kana irratti dammaqinaan akka hirmaachuun dirqama biyya teessanii akka bahattan jechuun waamicha dhiheessan.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *