Anaan 02 hujii tolaa oltuma 07 deggarsa timiraafii bishaan dhugaatti hawwasa kanaaf laataniru.

Jaalalaa fi kabajaa yeroo ayyaanichaatti gatii Dirree dhawaa ta’een hordoftoonni amantaa Islaamaa obbolootaa isaanii Ortodoksii naannoo Taabonni itti darba jiraniiti bishaan qabanawa, keekii, kuduraalee fi nyaata mi’emi’awa adda addaa dhiyeessuun tokkummaa fi jaalala isaanii agarsiisaa jiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *