Bulchiinsa Dirree Dhawaatti jalqabame Magaalaa Dirree Dhawaa qabatamaa miidhagsuun jijjiiraa fi Jireenyaaf mijjeessaa jiraachuu qabatamaan waan argaa jirruuf nutiis tumsaa jirra jechuun Jraatonni Aanaa 06 kan Naannawa Kooneel ibsan.
Hojiin Misooma Koriidaraa Magaalaa Dirree Dhawaatti gaggeefamaa jiru Magaalattii Dulloomtee turtle haarayoomsuun Akka haaraatti nu daddamaqsaa jiraa jechuun himan
Komishinarii Koomishinii Dargaggootaa Ispoortii Bulchiinsa Dirree Dhawaa fi Deegaraa Misooma Kooridara Aanaa 06 Obbo Kaalid Mahammad Akka ibsanitti hojiin Misooma Kooridaraa kan Aanaa 06 gaggeefamaa jiru Qulqulinaa fi Saffisaan bu’ura ulaagaa ta’een gaggeefamaa jiraachuu
Magaalaa fi Fuula Abbaatu Bareefata Hojii Misooma Kooridara Magaalaa Dirree Dhawaa
Komishinarii Koomishinii Dargaggootaa Ispoortii Bulchiinsa Dirree Dhawaa fi Deegaraa Misooma Kooridara Aanaa 06 Obbo Kaalid Mahammad Akka ibsanitti hojiin Misooma Kooridaraa kan Aanaa 06 gaggeefamaa jiru Qulqulinaa fi Saffisaan bu’ura ulaagaa ta’een gaggeefamaa jiraachuu
Hoji raawwachiiftuu Ol’aantuu Aaanaa 06 Adde Biiftuu Mahammad gama isaaniin Naannawa hojiin Misooma Koriidaraa itti jalqabametti hawaasa mari’achiisuun Akka jalqabanii fi milkaa’ina hojichaafiis ga’een jiraatotaa ol’aanaadhaa jedhan.