’OBN Cyber Media’ Caamsaa 22,2018
Filannoo Waliigalaa Marsaa 7ffaa Caamsaa 24 filatamurratti hirmaachuun paartii nuu ta’u filachuuf qophoofneerra jedhan jiraattonni Magaalaa Dirree Dhawaa.
Filannichi karaa nagaafi dimokraatawaan akka raawwatamuufis qooda isaanii kan bahan ta’uus himaniiru.


