Jilli deeta Ministira Hojii fi Ogummaa obbo Solomoon Sookaatiin durfamu hojiiwwan bulchiinsa dirree dhawa Aanaa biyyoo Awwale oomishtummaa irraa gara oomishtummaatti ce’uuf Aanaa Biyyoo Awwaleetti daawwannaa gaggeessaa jira.

Deetan Ministeera Hojii fi Ogummaa Solomon Sokaa akka ibsanitti, daawwannaan deeggarsaa kun dhimmoota 5 waliin tahuu, qopheessuu, qulqulleessuu, qindeessuu fi wabii qaxxaamuraa irratti hojiiwwan hojjetaman irratti kan xiyyeeffatu ta’uu ibsaniiru.

Obbo Yaasiin Mohaammad hoji gaggeessaa olaanaa bulchiinsa Aanaa Biyyoo awwalee hojiiwwan gaggaaramuu irraa gara oomishtummaatti jijjiiruuf hojjatamaa turan dhiyeessaa jiru.

Obbo Shakir Ahmad itti aanaan waajjira Paartii Badhaadhinaa Dirree dhawaa fi itti gaafatamaan damee siyaasaa,dirree dhawa hoggantoonni olaanon bulchiinsa olaanoo fi qooda fudhattoonni damiicha daawwannaa kanarratti hirmaataniiru.

Muktar Ahmadiin

Surraa salam ababa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *