Jila Kantiibaa Kadiir Juhaariin durfamu kan gaggeesota Bulchiinsa Dirree Dhawaa hammaateef Magaala Hararitti (Adaree Biyyootti) simannaan addaa taasifame.

Filannoo Biyyooleysaa 7ffaa ilaalchisuun hariiroo Qunnamtii Cimaa uumuuf kaayyefatee Jilli Kantiibaa Kadiir Juhaariin durfamu kan gaggeesota Bulchiinsa Dirree Dhawaa hammaatee Magaala Hararitti (Adaree Biyyootti) hariiroo Obbolummaa cimaa uumuuf daawwannaa kan taasise jiila gaggeesota Bulchiinsa Dirree Dhawaatiif simannaan addaa taasifameeera.

Jilli gaggeesota Bulchiinsa Dirree Dhawaa Magaala Hararitti (Adaree Biyyootti) duula nu filadhaa gaggeessati jira.

Biiroon Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Taatee kanaan walqabatee Odeeffannoo jiru mara hordofee kan isin biraan geenyu ta’uu gamanumaan ibsuu barbaanna.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *