Misooma Koriidaraa Baadiyaa Aanaalee Bulchiinsaatti hojjiirra oolchuuf hojii jalqabe cimsinee itti fufnaa jedhan.

Jiilli Itti Aanaa Kantiibaa Obbo Harbii Buuhiin duurfamu kan Naannawa Jiddugaleessa itoophiyaa Godina Addaa Silxee Aanaa Hulbarakitti Manneen Moodeelii Qonnaan Bultootaa ijaraman daawwachuu fi Muuxannoos Qoodateera jiilli Kun daawwannaa Misooma Koriidaraa Baadiyaa ergaa taasiseen Booda Itti Aanaa Kantiibaa Obbo Harbii Akka jeshanitti hojiin Misooma Koriidaraa Baadiyaa Kun Aanaalee Baadiyaa Bulchiinsaatti yeroo dhihoott kan hojjiirra oolu jedhanii kanaaniis hawaasa Fayyaalessa Waan hundaan badhaadhe Horachuuf Guddina Bulchiinsa keenyaas ta’een kan Biyya teenyaa jalqabe milkeessuuf shoora ol’aanaa qabaa jedhan.

Jiilli Kun Misooma Koriidaraa Baadiyaa Naannawa Jiddugaleessa itoophiyaa Godina Addaa Silxee Aanaa Hulbarakitti Manneen Moodeelii Qonnaan Bultootaa fi Hojiiwan misoomaa gara garaa kana Aanichatti raawwatamaa juran daawwateera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *