Waltajjii Qopheeyisummaa Komishina Marii Biyyooleeyisaatiin Magaalaa Harar irratti gaggeeyifamaa jirtu tana irratti Gaazexeyisitoota dabalatee, Waldaalee Siiviikii irraa, Paartiilee Siyaasaa irraa, Wirtuulee Amantaa irraa, akkasuma Dubartoonni, Dargaggootaa fi Qaama miidhamtoonni Naannoo Hararii tii fi Bulchiinsa Dirree Dhawaa irraa walitti babahan hirmaachaati jiran.
Waltajjicha guyyoota Lamaaf turu kanarratti, walii galtee walii galaa biyyaaleeyisaa uumuuf tattaaffii komishinarri marii biyyaaleeyisaa taasisaa jiru milkeeyisuu keeyisatti, geheen qaamoolee kanneenii murteeyisaa waan taheef, yaadoonni gabbataan galtee tahuu dendehu, ka’ee ballinaan kan irratti mari’atamu tahuun beekkamee jira.


