Gareen supparvizhinii waajjira paartii badhaadhinaa damee bulchinsa dirree raawwii hojii kurmaana tookoffaa hundee badhaadhinaa seektarootaa fi aanaalee bara 2018, ilaaluuf deeggarsaa fi supparvizhinii gaggeeysuu eegale.

Gareen supparvizhinii kun kallattii cheeklistii kaayamee jiruutiin hojiin barbaachisu hojjetamaa jira moo hin jiru dhimma ja’u gamaggamuun cinaachi cimaan jiru akka itti fufu hanqinoonni jiran immoo akka sirraawan kallattii kaayuudhaan deeggarsa barbaachisu taasisaa jiru.

Gareen supparvizhinii kun yeroo itti aanuttis seektaroota hafanirratti hojii deeggarsaa fi supparvizhinii ni gaggeeysa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *