#DGC Sadaasa 5/2017
Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Dhaabileen gara garaa Guyyaa Ayyaana Sabaa Sablamootaa fi Ummatoota Itoophiyaa marsaa 19 ffaa marii paanaaliin kabajan.
Guyyaa Ayyaana Sabaa Sablamootaa baranaa kana “Waliigalteen biyyaalessaa Tokkymmaa Biyyaaf” mata-duree jedhuun kabajaniiru.
Dhaabilee guyyaa arraa kabajan keessaa Koolejjiin PooliiTeknika Itoo-Xaaliyaan, Hospital Sadarkaa jalqabaa Saabiyaan, Bulchinsa Anaa 01 Dhaabilee ganama arraa yeroo Guyyaa Ayyaana Sabaa Sablamootaa kabajan kanneen kabajan daawwanneedha.
Guyyaan Ayyaana Sabaa Sablamootaa fi Ummatoota Itoophiyaa marsaa 19 ffaa baranaa kun Sadarkaa Bulchinsa Dirree Dhawaatti hanga Sadaasa 18 kurfiiwan gara garaan kabajamuu ittifufa.
Abdii Adamiin
Suuraan Muluwaalam Dasee


