#DGC Onkololeessa 24/2017
Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Eda Galgalap Sa’aa 4:30 Tasa Baduu Tiraanisfoormarri Elektirikaan Humna ifaa adda cituu addaan Cite Ture deebisuuf Tattaaffiin Taasifamaa jiraachuu Tajaajilli Humna Ibsaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa ibse.
Ifaan bade dhaane akka hin bulleef Qajeelcha Poolisii Waliigala Dirree Dhawaa waliin Qindoominaan hojii raawatameen hojiin humna ifaa deebisuu milkaa’uus kan eeran Tajaajila Humna Ibsaa Rijinii bahaatti Daayireektarri Oophireeshinii Sabisteeshinii fi Suphaa Obbo Warrii Mahammad ibsan.
Kanaaniis tumsa ol’aanaa taasifamaa jiraachuus addeessan


