Jilli Pireezidaantii Baankii Daldalaa Itoophiyaa Obbo Abbee Sanoo durfamuu Dirree Dhawaa galanii jiran.

‎Jilli Pireezidaantii Baankii Daldalaa Itoophiyaa Obbo Abbee Sanoo durfamuu Dirree Xayaaraa idil adunyaa Dirree Dhawaa Wayita Buufata Xiyyaaraa Idil-Addunyaa Dirree Dhawaa gahanitti, Kaantibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar, Itti-Aanaa Kaantibaa Obbo Harbii Buuh fi Manaajmantii Distiriiktii Baankii Daldalaa Itoophiyaa Damee Dirree Dhawaatiin qeebalinsi taasifamee jira.

‎Jilli kun Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Dirree Dhawaa yommuu gahu Kabajamoo Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa obbo Kadir Johar, fi Itti Aanaa Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa obbo Harbii Buh, akkasumas hoggantoota olaanoo bulchiinsichaa fi Hoggantoonni Damee Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa simannaan ho’aan taasifameera.

‎Jilli kun piroojektoota misoomaa Dirree Dhawaatti hojjetamaa turan ni daawwatu.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *