Itoophiyaa Bara Biyya Fakkeenyaatti!

Dirree Dhawaatti Waltajjiin Ifoomsa Manifeestoofi Mallattoo Filannoo Waliigala 7ffaa Paartii Badhaadhinaa Mataduree “Itoophiyaan Gara Biyya Fakkeenyummaatti” Jedhuun Gaggeeffamaati Jira.

Waltajjiin Kanarratti Kabajamoo Kantibaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar, Afayaa’ii Mana Marii Bulchinsa Dirree Dhawaa Kabaj. Obbo Abdii MUKTAAR Afayaa’ii Itti Aantuu Mana Marii Bulchinsa Dirree Dhawaa, Kabj. Aadde Kariimaa Alii, , Kabajamoo Kantibaa Itti Aanaa Obbo Harbii Buuh, Hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Ibrahim Yuusuf, Miseensota Kaabinee Bulchinsaa ,Hoggantoonni Olaanoon Bulchinsaa, Aanga’oonni paartichaa, Abbootiin amantaa, abbootiin gadaa, jaarsotiin Biyyaa, miseensonni paartichaa hedduun argamaniiti jiru.

Biiroon Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Odeeffannoowwan jiran hordofee Kan isin biraan gahu ta’a.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *