Waltajjiin Seera-Hiiktotaa Biyyooleessaa Dirree Dhawaatti Gaggeeffamaati jira.

Waltajjii kanarratti Pirezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa dabalatrr Pirezidaantoonni Manneen Murtii Naannooleefi qooda-fudhattoonni hirmataniiti jiran.

Bakka Buutuu Kabajamoo Kantibaa Bulchinsaa Dirree Dhawaafi Hoggantuu Biiroo Maallaqaafi Dinagdee Bulchinsaa Dirree Dhawaa Aadde Muluukaa Mohammed Haasaa baninsaa taasisaniin keessummootaf ergaa baga nagaan dhuftanii dabarsaniiti jiran

Bal’ina Oduu kanaa hordofnee kan isin biraan geenyu ta’a.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *