Kenninsa Murtii Seera Dijitaaleyzuuf Hojiileen Hojjetamaa Jiran Jajjabeessaa Ta’uun Ibsame.
Waltajjiin Seera-Hiiktotaa Biyyooleessaa Magaalaa Dirree Dhawaatti Bakka Pirezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Kabajamoo Obbo Teedroos Mihrat dabalatee Pirezidaantoonni Manneen Murtii Naannooleefi qooda-fudhattoonni argamanitti Gaggeeffame Bakka Buutuu Kabajamoo Kantibaa Bulchinsaa Dirree Dhawaafi Hoggantuu Biiroo Maallaqaafi Dinagdee Bulchinsaa Dirree Dhawaa Aadde Muluukaa Mohammed Haasaa baninsaa taasisaniin keessummootaf ergaa baga nagaan dhuftanii dabarsaniiti jiran hojii kenniinsa Murtii haqaa…


