Jiilli kantiiba bulchiinsa Dirree Dhawaa kabajamoo obboo Kadiir Juhaariin duurfamu Kantiiba Bulchiinsa Magaala Finfinnee Kabajamtuu Aaddee Adaanech Abeebee fi Kabinoota isi waliin Waltajjii wal jijjiirraa muuxannoo gaggeeysan.

Waltajjii mariichaa irrattiis, Hojiilee roga gara garaatiin Bulchiinsi lamaan waliin hojjachuu danda’an irrattiifii dhimmoottan obbolummaa magaaloota lamaanii cimsan fi bu’aa qaban kan damee adda addaa irratti waliigaltee waloo mallatteessinee jirra

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *