Waltajjii Leenjii Kanarratti Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar, Kabajamtuu Afayaa’ii Mana Marii Bulchinsa Dirree Dhawaa Aadde Fatiyaa Aden, Hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Ibrahim Yuusuf , dabalatee gaggeessitoonni Olaanoofi Giddugaleessaa dhaabbilee seektaroota bulchinsaafi Aanaalee Bulchinsaa akkasumas gaggeessitoonni paarichaa hundumtuu kan argaman yommuu ta’u guyyoota sadan kanneenittatti sanadoota leenjii afurirratti leenjiin kan kennamubta’uun beekameeti jira.
Bal’ina oduu kanaa hordofnee kan isin biraan geenyu ta’a.
Iliyaas Aammeetiin
Suuraa: Agenyehu Shawaaraggaa


