Turtii teenya tan Finfinneetiin waliigaltee obbollummaa magaalootaa tan Bulchiinsa magaalichaa waliin hojjechuuf mallatteessineen ala, yeroo daawwannaa pirojektoota misoomaa gaggeeysinetti gahee hoggansa keenyaa roga cimsuutiin haala nu dandeeysisu irratti galtee fi muuxanno gaarii arkannee jirra.

Kaabineen bulchiinsa keenyaa ittifufiinsaan roga muuxannoo Smart City, raawwii haaromsa dhaabbilee fi sagantaa nyaachisa ijoollee, akkasumas raawwii Pirojektiilee kaappitaalootaa ilaalchisuun muuxannooleefi galteewwan arkannetti fayyadamuudhaan akaata hujiilee tana lafatti gadi buusuun guddina waliigalaa Dirree teenyaatiif ciminaan hojjennu irratti daran cimee nu fayyada je’etiin amana. Jabaadhaa Ni jabaannaa!

~~~~~~~

Joogitaankayaga Addis ababa waxaan ka sokow mataanaynta labada magaalo kusoo aragnay booqashadeena mashaariic horumarineed oo ku sar go’an danaha bulshada waxaanana ka helay khibrad aan kor u qaadaysa xeeladeena hogaamineed.

Waxaanana rumaysanahay in aqoonta aan ka helay khibrad iswaydaarsigan in uu wadada u xaadhayo dadaalada aan doonayno inaan magaladeena smart city kaga dhigno iyo hirgelinta mashaariicda waaweyn iyo barnaamijka quudinta. Dadaala waan idin dhiirigalinaynaaye!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *