Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa bakka Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad argamanitti walgahii idilee 36ffaa taa’aa jira

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa 6ffaa, Bara Hojii 3ffaa bakka Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad argamanitti walgahii idilee 36ffaa taa’aa jira

Manni marichaa wixinee baajata mootummaa Federaalaa kan bara baajataa 2017 ni raggaasa jedhamee eegama.

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad gaaffii miseensota mana mareerraa ka’aniif deebiifi ibsa ni kennu jedhamee akka eegamu mana maricharraa odeeffanne.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *