Jiilli Hooggantoota Bulchiinsaa Dirree Dhawaa Daawwannaa fi Muuxannoo hujilee misooma gara garaa qoodachuuf imale daawwannaan ittifufeeti jira.

Jiilli Hooggantoota Bulchiinsaa kan muuxannoo Guyyoota Lamaaf Imalaa jiru keessaa Green Kantiibaa obboo Kadir juhaariin duurfamu gara jimmaa kan imale yok tahuu Gareen Itti-Aanaa Kantiibaa Obbo Harbii Buuhiin duurfamu ammoo gara Waraabee imaluun hujilee Misooma Kooridara Baadiyaa Ganda Moodeela kan Naannoo Jiddugaleessaatti Godina Addaa Silxeetti gaggeesssaati jira.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *