Waloomina Miidhagina Itoophiyaatiif!”

Bulchinsa Dirree Dhawaatti Ayyaanni Qaammee 2 ,Guyyaa Waloomaa jedhamuun beekamu Hoteela B-Capitalitti Bifa miidhagaan kabajamaa jira.

Siena Kbaja Ayyaanichaarratti Kabajamoo AKantibaa Itti Aanaa Obbo Harbii Buuhfi Afayaa’ii Itti Aantuu Kab. Aadde Kariimaa Alii dabalatee aanga’oonni olaanoon bulchinsaa, Abbootii Amantaa, Abbootii Gadaa ,Ugaazonnifi keessummoonni hedduun kan argamaniiti yommuu ta’a, bal’ina Oduu kanaaf odeeffannoowwan jiran hordofnee kan is in biraan geenyu ta’a.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *