Dhaabilee Federaalaatti Goflaan Paartii Badhaadhinaa kañ Damee Kilaastara Dinagdee Piroojektoota humnaa Beekmsa ofiiin biyya teenyatti jalqabaman erga daawwataniin booda laataniif akka jedhanitti Piroojektoonni jalqabaman kun kan imala Badhaadhinaa Biyyi teenya jalqabde milkeessanii jedhan.
Daawwwannaa kanaan Piroojektoota daawwataniin keessaa JiddugalTajaajila hawaasaa (Konveenshin) Sentar, Galii Kitaaba Ida’amuun kan Muummee Ministera Dr.Abiyyi Ahmadiin barreefameñ kan ijaarame Mana Kitaaba Ida’amuun
Daawannaa kanaan Hooganaa Waajjira Aadaa fi Turizimii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Wandasan AbbaayiBulchiinsatti Piroojektoota humanaa Beekmsa ofiiin ijaarame ilaalchisuun ibsan laataniiru.


