Waajjirri Paartii Badhaadhina damee Dirree Dhawaa Waltajjii Gamaagammii Raawwii hojii Paartii geggeessuu jalqabeera.
Waltajjii Gamaagammii Raawwii hojii Paartii gaggeefamaa jiru kana Itti-gaafatmaan Waajjira Paartii Badhaadhina damee Dirree Dhawaa Obbo Ibraahim Yuusuf gaggeessaati jiru.


