Bulchinsa Dirree Dhawaatti Cuunfaan Gabaasa Raawwii Karoora Hojii Bara 2016 Ji’oottan sagalan Komishinii Karoorafi Dinagdee Bulchinsa Dirree Dhawaatiin dhihaachaa kan jiru yommuu ta’u, Guutuu gabaasa kanaa hordofnee kan isin biraan geenyu ta’a.
Waltajjiin Gamaaggama Gabaasa Raawwii Karoora Hojii Dhaabbilee Seektarootaa Mana Qopheessummaa, Aanaalee Magaalaafi Kilaastaroita Baadiyyaa Gaggeeffamuu jalqabe.


