Dhibeen Vaayirasiin ‘HIV’ ammaas kanuma durattii sani.
Dhibeen Vaayirasiin ‘HIV’ ammaas kanuma durattii sani; Vaayirasii ‘HIV’ dagachuun, vaayirasiin ‘HIV’ nama dagachuu miti! Waa’ee vaayirasii HIV namni hubannoo hinqabne hangi ta’e jiraachuu mala. Namni tasuma dhageettii hinqabne jira jechuun garuu ulfaataadha. Namni kamuu dhageettiifi hubannoo yoo qabaate, haga fedhes yoo waa’ee vaayirasii kanaa dubbiseera yoo ta’e, vaayirasii HIV jireenya guyyaa guyyaa keessatti haga…


