Biiroon Ga’uumsaa fi Carraa Hojii Deegarsa Baankii adunyaa fi Qaamolee ga’ee waliin qindaawuudhaan Dargaggoota Carraa hojiin fayyadamoo gochuuf Shaakallii leenjii Hojii irraa fudhachaa turuun Carraan hojii dhaabataan uumameef Dargaggoota 961 eebifaman
Sirna eebbaa kana irratti Kantiibaan Bulchiinsaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir juhaar akka jedhanitti dargaggoonni Shaakallii leenjii Hojii irraa kan marsaa 2ffaa fudhachuun eebifamtanii carraa argattan kana Naamusa Ogummaa fi kabajaa hojii eeguudhaan biyyaa fi hawaasa keessaniif duursa laachuun hojjatanii ofii keessanii fi matii keessaniis jijjiiruu qabdu jedhanii marsaa 3ffaa amma jalqabamuun Dargaggoota Kutaa baadiyaas fayyadamoo gochuuf hojjatamuu qabaa jedhsan.
Sadarkaa Biyyaalesaatti Dargaggoota Carraa hojiin fayyadamoo gochuuf Deegarsa Fandii Baankiin adunyaa irraa argamee fi Qaamolee ga’ee waliin qindaawuudhaan
Abdii Adamiin


