“Badhaadhinni Paartii Waadaa Gochaan Agarsiiseefi Paartii Bu’aa Qabatamaa Galmeesseedha.” – Obbo Biruk Warqineh Hogganaa Biiroo Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa Bulchinsa Dirree Dhawaa

Paartiin Badhaadhinaa “Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti Mataduree” jedhuun Bulchinsa Dirree Dhawaa Aanaa 03tti Sagantaa Bunaa Buna Dhugaatiin Duula na filadhaa gaggeesse. Waltajjicharratti argamuun haasaa kan taasisan Hogganaa Biiroo Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Biruk Warqineeh Paartiin Badhaadhinaa Waadaa ummataaf seene gochaan agarsiisuudhaan bu’qabeessummaasaa kan mirkaneesse ta’uu ibsan. Waggoottan jijjiiramaa dabran keessatti qormaatawwan hedduu…

Read More

Jila Kantiibaa Kadiir Juhaariin durfamu kan gaggeesota Bulchiinsa Dirree Dhawaa hammaateef Magaala Hararitti (Adaree Biyyootti) simannaan addaa taasifame.

Filannoo Biyyooleysaa 7ffaa ilaalchisuun hariiroo Qunnamtii Cimaa uumuuf kaayyefatee Jilli Kantiibaa Kadiir Juhaariin durfamu kan gaggeesota Bulchiinsa Dirree Dhawaa hammaatee Magaala Hararitti (Adaree Biyyootti) hariiroo Obbolummaa cimaa uumuuf daawwannaa kan taasise jiila gaggeesota Bulchiinsa Dirree Dhawaatiif simannaan addaa taasifameeera. Jilli gaggeesota Bulchiinsa Dirree Dhawaa Magaala Hararitti (Adaree Biyyootti) duula nu filadhaa gaggeessati jira. Biiroon Dhimma…

Read More

Jiddujalli Gabaa Seena Qabeessi Qafiiraa haalaa ammayaawaan haaromee eebbifame.

Jiddujalli Gabaa Banaa Seena qabeessi Qafiiraa haalaa ammayaawaan haaromfamee hojiin fooyyessaa raawwatameefi eebbifame. Sagantaa eebbaa kana irratti kan argaman Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamoo Obbo Kadiir Juhaar haarayoomfamuun jiddu gala Qafiiraa sochii daldala magaalatiif boqonnaa haaraa ta’uu ibsan. Kantiibaa Kadiir ittidabaluuniis Piroojektiin kun Ida’ama Seenafi Ammayooma eenyummaa isaa eegatee haala daldaltootaaf Mijaawaa ta’ee kan uumee…

Read More

Qaar ka mid ah Haweenki ka qayb galay bannaanbixi lagu taagerayay xisbiga barwaaqo ee qaybta ka ahaa ololaha doorashada 7aad ee si heer qaran uga qasoomi doonta dalka ayaa sheegay in ay xisbiga ku dooran doonan waxqabadkiisa.

Garabyada Haweenka ee maanta bannaan baxa lagu taageerayay xisbiga barwaaqo iskugu soo baxay ayaa sheegay in doorashada xidhmada qamadiga ay tahay hab lagu xoojinayo daryeelka guud ee haweenka. Ka soo qayb galayaasha ololahan ayaa sheegay in talaabooyinka uu xisbigu qaaday ee uu ku horumarinayo nolosha guud ee haweenka ay ahaayeen kuwo dhiiri galin leh. waxa…

Read More

Goflaan Dubartootaa kan paartii badhaadhinaa Filannoo Biyyooleysaa 7ffaa ilaalchisuun Hiriira Duula Nu Filadhaa gaggeessan.

Bulchinsa Dirree Dhawaatti Goflaan Dubartootaa paartii badhaadhinaa Filannoo Biyyooleysaa 7ffaa ilaalchisuun Sosochii Deeggarsaa duula nu filadhaa kan imala miilaa Gamoon Faayinaansii hanga Buufata Baabura lafaa gaggeessan. Sagantaa kana irratti haasaa kan taasisan Kantiibaan bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar akka jedhanitti Mootummaan jijjiiramaa paartii Badhaadhinaatiin hoogganamuu sadarkaa hoggansa olaanoorraa kaasee hamma garjalaatti xiyyeeffannaa Addaa Dubartootaaf…

Read More

Dirree Dhawaatti Hiriirri Derggarsaa Injifannoowwan Bitooteessaa 24, Mataduree “Itoophiyaa Gara Fakkeenyummaatti”jedhuun Haala Miidhagaan Gaggeeffamaa Jira.

Hiriiricharratti Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar dabalatee Hoggantoonni Olaanoon bulchinsaa, Hojjettoonni mootummaa jiraattoonni bulchinsaa hedduun argamanii jiran. Biiroon Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa Bulchinsa Dirree Dhawaa odeeffannoo Dabalataaf Hordofnee kan isn biraan geenyu ta’a.

Read More

Paartiin Badhaadhinaa Filannoo Marsaa 7ffaa Biyyaalessaa fi Naannolee irratti Qaadhimamtoota Paarticha Bakka bu’uun Araddoota Aanaa (Kilaastara) Biyyoo Awaalee Bakka bu’uun dorgoman sagaantaa ifoomsuu Gaggeessaa.

Mata-duree Itoophiyaan gara Biyya fakkeenyaatti jedhuun bara kana 2018 kan gaggeefamu Filannoo Marsaa 7ffaa Biyyaalessaa fi Naannolee irratti Qaadhimamtoota Paartii Badhaadhinaa Bakka bu’uun Qaadhimamtoota dorgoman waltajjii ifoomsuu Gaggeesseera. Sagaantaa Kana irratti haasaa kan taasisan Ittigaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Dirree Dhawaa Obbo Ibraahim Yuusuf Akka jedhanitti Paartiin keenya Paartiin Badhaadhinaa Waggoota bara Jijjiiramaa darban keessatti…

Read More

Paartiin Badhaadhinaa Kaadhimamtoota Filannoo Waliigalaa Marsaa 7ffaaf Bulchinsa Dirree Dhawaafi Araddoota Kilaastara Waahel Bakka Bu’uuf dorgomiif dhihaatan ifoomse.

Kilaastara Waahelitti Waltajjiin Kadhimamtoota Filannoo Waliigalaa 7ffaa Paartii Badhaadhinaa Bakka Bu’uudhaan Manneen Marii Bulchinsaafi Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataaf Dorgoman Beeksisuu Gaggeeffame. Kanaan dura Paartichi kaadhimamtoota filannichaaf dhihaatan kanneen sadarkaa Araddootaattifi bulchinsaatti dhiheessuudhaan gamaaggama taasifameen kanneen ga’umsaan hawaasa tajaajiluurratti raawwiifi maqaa gaarii hawaasa biratti qaban ta’uuisaanii gamaaggamanii Boordii Filannoo Biyyaaleessaa biratti galmaa’uun isaanii erga mirkanaa’e…

Read More

Hanqina Boba’aa Sababa Waraana Baha Giddu Galeessaan mudachaa jiru irraa dandamachuuf Tattaaffii Mootummaa taasisaa jiru cimee ittifufuu qabaa jedhan.

Waraanni Baha Giddu Galeessaatti gaggeefamaa jiru Dhiibbaa Siyaasaa fi Dinagdee Biyyoota adunyaa gara garaa irraan ga’aati jira kana keessaa inni ijoon rakkoo Hanqina Boba’aa kana hir’isuuf Tattaaffiin Magaalaa Dirree Dhawaatti taasifamaa cimee ittifufuu qabaa jechuun Konkolaachiftoonni ibsan. Muutummaan Biyya teenyaa Dhiibbaa Waraanni kun Imala Guddinaa fi Badhaadhina Biyya teenyaa irraan ga’uu danda’u hur’isuuf Kallattii ittifyyadama…

Read More

Jijjiirama biyya teenyatti nuuf dhufe cimsinee itti fufsiisuuf lammiin kamuu gahee isaa bahachuu akka qabu jiraattoonni Bulchiinsa Dirree Dhawaa tokko tokko ibsan.

Jiraattotni Bulchiinsa Dirree Dhawaa tokko tokko akka ibsanitti, haaromsi hoggansaa kan Kabajamoo Ministira Muummee Dr Abiy Ahimadiin gaggeeffamaa jiru dhimmoota Siyaasaa, Diinagdee, Hawaasummaa, akkasumaas dhimma Diploomaasiifi Haajaa Alaa irratti roga hundaan jijjiirama qabatamaa fidee jira je’an. Jiraattonni Bulchiinsaa kun erga haaromsi biyya teenyaa taasifameen as hojiiwwan misoomaa gara garaa biyya Itiyoophiyaatifii Bulchiinsa Dirree Dhawaa keessattiis…

Read More