Gargaaramtummaarraa Gara Oomishtummaatti! Mataduree Jedhuun Sagantaan Eebba Fayyadamtoota Sagantaa Seeftineetii Misoomawaa Magaalaa Dirree Dhawaa

Bulchinsaa Dirree Dhawaatti Sagantaan Eebba Fayyadamtoota Faaynaansii Dabalataa Pirojektii Sagantaan Seeftineetii Misoomawaa Magaalaa Gaggeeffame. Saganticharratti Kabajamoo Kantibaa Itti Aanaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuh fayyadamtoonni Sagantaan Seeftineetii Misoomawaa carrara kan fayyadamuudhaan rakkoolee hedduu furuuf ofirra dabruun lammiilee biroof carraa hojii akka uumuu qabdan isinirraa eeggama jedhan. Jijjiiramaan asitti mootummaan milkaa’inoota mul’ataa galmeessuu jiraachuufi jireenyi…

Read More

Itoophiyaa Bara Biyya Fakkeenyaatti!

Dirree Dhawaatti Waltajjiin Ifoomsa Manifeestoofi Mallattoo Filannoo Waliigala 7ffaa Paartii Badhaadhinaa Mataduree “Itoophiyaan Gara Biyya Fakkeenyummaatti” Jedhuun Gaggeeffamaati Jira. Waltajjiin Kanarratti Kabajamoo Kantibaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar, Afayaa’ii Mana Marii Bulchinsa Dirree Dhawaa Kabaj. Obbo Abdii MUKTAAR Afayaa’ii Itti Aantuu Mana Marii Bulchinsa Dirree Dhawaa, Kabj. Aadde Kariimaa Alii, , Kabajamoo Kantibaa Itti…

Read More

Mallattoo Dorgomsiisaa Filannoo Paartii Keenyaa Kan Ta’e Nadoon Qamadii Calaqqee Ida’amuu, Tokkummaa, Gamtaan Hojjechuu, Oomishtummaa, Fakkeenyummaa, Olka’insaafi Birmadummaa Keenyaati!” Miseensotaafi Hoggantoota Paartii Badhaadhinaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa.

Paartiin Badhaadhinaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Mataduree “Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti” Jedhuun Waltajjii Manifeestoofi Mallattoo Filannoo Waliigala 7ffaa Miseensotasaaf Ifoomsuu gageesse. Miseensonnifi Gaggeessitoonni paartichaa waltajjii Kanarra hirmaatan kanneen dubbisne yaada kennaniin Paartii Badhaadhinaa yaaddama ida’amuutiin hogganamuudhaan akkaataa waadaa seeneen injifannoowwan hedduu galmeessuu jiraachuu ibsaniiti jiran. Mallattoo dorgommii filannoo Paartii Keenyaati kan ta’e nadoon Qamadii Calaqqee Ida’amuu,…

Read More

Bulchinsa Dirree Dhawaatti Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Manifeestoofi Mallattoo Filannoo Waliigala Marsaa 7ffaa Miseensotaafi Deeggartootaaf guyyaa arraa Ifoomse.

Dirree Dhawaatti Waltajjiin Ifoomsa Manifeestoofi Mallattoo Filannoo Waliigalaa Marsaa 7ffaa Paartii Badhaadhinaa Mataduree “Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti” Jedhuun gageeffame. Waltajjiin Kanarratti Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar Badhaadhina Filachuu jechuun Hegeree Filachuu akka ta’e eeranii Mallattoo paartichaas Nadoo Qamadiitiin ta’uu ibsaniiti jiran. Badhaadhina Filachuu Abdii ifaafi nagaa waaraa Bulchinsaa gaariifi misooma Filachuu jechuudha…

Read More

Hojiilee Tolaooltummaa Yeroo Hundumaa Cimee Itti Fufuu Akka Qabu Ibsame.

Bulchinsa Dirree Dhawaatti Qaamoleefi dhaabbilee Hojiilee Tola-ooltummaaf Gumaacha Olaanaa Taasisaniiif Sagantaan Badhaasaafi Galateeffannaa Gaggeeffame. Saganticharratti argamuu haasaa kan taasisan Kabajamoo Kantibaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar dargaggoonni sochiilee nageenyaa, fi misoomaa guddina Biyyaatiif taasifaman keessatti shoora olaanaa akkauma qabaachaa jiran hojiilee tolaooltummaa keessattis adda Düree ta’anii hirmaachuu cimsanii akka Itti fufan Dhaaman. Mootummaan ida’amuu,…

Read More

Dirreen Dhawaa Naannawa Daldala Bilisaa fi Jidugala Indastirii Kutaa Baha biyyaa akka ta’uu isheetti Dhiheessiin Bishaanii guddina ishee madaalu ni barbaachisa jechuun Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamoo Obbo Kadiir Juhaar ibsan.

Baasii Birrii Biiliyoona 1.3’n Bulchiisa Dirree Dhawaa kilaastara Asallisootti ijaaramuuf, Iddoo Hoggantoota Ol-aanoo Feedraalaatii Fi Bulchiinsaa arkamanitti Dhagaan bu’uuraa kaayame. Ministeerri Ministira Bishaanii Fi Inarjii Dr Injiinar Habtaamuu Ittafaa, Piroojaktichi Rakkoo Bishaanii furuun gamatti Miidhagina Magaalaatii fi hiree hojii Uumuu Keeysatti shoora ol’aanaa qabaachuus ibsan. Piroojaktiin ijaaramu kun Qaama Piroojaktii Bishaan Dhugaatii fi Qulqullina Magaalota…

Read More

Dirree Dhawaatti Fiigichi Halkanii Daandiirraa Yeroo Jalqabaaf Gaggeeffame.

“Nuru Event” Komishinii Dargaggoofi Ispoortii Bulchinsaa Dirree Dhawaa waliin akkasumas Abbaa Taaytaa Galiiwwanii Bulchinsaa Dirree Dhawaafi michuuwwan biroo waliin ta’uun ” Itoophiyaa Xiqqoofin Fiiga!” Mataduree jedhuun kan qophaa’e fiigichi halkanii kan Daandiirraa EDA gaggeeffameeti jira. Saganticharratti Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar,Hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Dames Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Ibrahim Yuusuf, Komishinar…

Read More

Dargaggoonni 946 kan leenjii ogummaa jireenyaa marsaa 3 ffaa xumuran eebbifaman.

Biiroon kalaqaa fi dandeeytii bulchinsa Dirree Dhawaa mata duree dandeeytii, Kalaqaa fi milkaayina ja’uun dargaggoonni muuxannoo hojii akka gabbifatan gochuu fi dandeeytii isaanii guddisuuf sagantaa marsaa xumuraa gaggeeyse. Sagantaa kanarratti kan argaman deeytaan Ministeera Hojii fi Ogummaa obbo Salamoon Sokaa akka biyyaatti sagantaa Piroojektii kanarra dargaggoonni kumni 60 fi 399 galmaa’uu ibsanii , isaan keessaa…

Read More

Eenyummeen Faaydaa Akkuma Maqaasaa Faaydaa Olaanaan Waan Qabuuf Jiraattonni Magaalaa Eenyummee Hingalmaa’in Kiitiiwwan Faaydaa Naannoosaaniitti Qophaa’anitti Galmaa’uudhaan Abbas Eenyummee Faaydaa Akka Ta’an Kabajamoo Kantibaa Itti Aanaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuh Dhaaman.

Jiraattota Bulchinsa Dirree Dhawaa Hundumaa Eenyummee Faaydaa Akka Argatan Qindoominaafi tumsaan hojjetamaa jiraachuu Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuh Ibsan. Bulchinsatti bara 2017 tti galmeessuu Eenyummee “Fayda” kuma 503 ol taasisuu kan eeranii Kabajamoo. Obbo Harbii Buuh bars 2018 Kanas hangs ammaatti namoonni Kuma 230 ol Eenyummee fayda galmaa’uu ibsaniiti jiran. Haaluma walfakkaatuunis…

Read More

Bulchinsatti Tajaajilli Saffisaafi Si’ataa Lammiileef Kennamaa Jiraachuun Insame.

Hojmaata Teeknolojii ammayyaan deeggarame diriirsuudhaan tajaajilli saffisaafi si’ataa ummataaf kennamaa jiraachuu Hogganaan Biiroo Pablik Sarvisiifi Misooma Human Namaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Hayer Haajinuur Beeksisan. Obbo Hayer raawwii Karoora hojii Guyyoota 100 ilaalchisuun hojiilee Biiroo Pablika Sarvisii Bulchinsa Dirree Dhawaatiin hojjetamanirratti hojii rifoormii dhaabbilee bulchinsaa lafa qabachiisuu fi kenninsa tajaajilaa ammayyeessuu xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamaa jiraachuu…

Read More