Sirni Daamaraa Dirree Dhawaatti kabajamaati jira
Magaalaa Dirree Dhawaatti Hordoftootni Amantaa Kiristiyaanaa Ayyaana kataraa haala miidhagaan kabajaati jiru. Ayyaanichi Addabaabayii Buufata Lagahaaritti gaggeeffamaati jira.
Magaalaa Dirree Dhawaatti Hordoftootni Amantaa Kiristiyaanaa Ayyaana kataraa haala miidhagaan kabajaati jiru. Ayyaanichi Addabaabayii Buufata Lagahaaritti gaggeeffamaati jira.
Muummeen Ministiraa FDRI ABIY Ahmad Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaasaaniin, Ayyaanni Masqalaa qormaata darbe kan itti dhabamsiisnuufi abdii egeree kan itti galaafannudha jedhan. Ityoophiyaan bara kana rakkooleeshee bubbulan akka furtuufi maaddii ishee nyaata isaan barbaachisuun akka guuttuuf Iyoophiyaa kan jaallatu hundi kutatee haa ka’u jechuun waamicha…
Mariin hubannoo cimsuu bakka bu’oota hawaasa araddaalee 04,05fi 06 lola humni shoororkeessaa ABUT biyya diiguuf banerratti mataduree “Tokkummaan Kabaja Biyyaaf Haafalmannu” jedhuun gaggeeffame. Waltajjii marii kan gaggeessan Hogganaa Biiroo Galii Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Abdusalaam Mohammad, Hogganaa Biiroo Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Buruk Fallaqaafi Hoggantuu Biiroo Fayyaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Aadde Lamlam…
Hawaasa jiraattoota Araddaalee 07,08,09 kan irratti hirmaatan marii hawaasa galama araddaa 07 ugaas hassan hirsi keeysatti gaggeeyfame irratti mariin ballaan kan gaggeeyfame hoggaa tahu marii tana kan hogganan af yaa’ii M/M bulchiinsa Dirre dhawa Kabajamoo Adde Fathiyaa Aadan hoggaa tahu sanada kha’uumsa mariidha itti aana Biiro konistrakshini fi misooma manneeni obbo Daraara Ibraahimidha. Marii kana…
Hagayya 16,2014 Bulchinsa Dirree Dhawaatti filatamtoonni ummataa Kilaastara Waahiil jiraattota Araddaalee saglanii waliin marii taasisan. Guyyaa kanatti Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataatiif kan filataman Kabajamoo Obbo Abduljawaad Mohaammadiifi Afa-yaa’ii Itti Aantuu Mana marii Bulchinsa Dirree Dhawaa Aadde Kariimaa Alii dabalatee Bakka Bu’oonni Mana Marii Bulchinsaa, miseensonni Mana Marii Araddaalee saglanii Kilaastara Waahelitti marii bal’aa gaggeessaniiru….
Imala gara badhaadhinaatti taasisaa jirru milkeessuuf tokkummaafi kutannoon hojjechuu gaafata. Daandiin gara badhaadhinaa geessu yeroo hunda wal xaxaaadha. Qabsoo guddaa gaafatas. Qaamoleen faallaan socho’aniifi guddina biyya kanaa hin barbaanne kaayyoo kana diiguufi duuba deebisuuf dhama’uu danda’u garuu hin milkaa’uuf. Kanaaf, lammiileen guddina biyya isaanii keessatti qooda isaanirraa eegamu ba’uuf of qopheessuu qofa osoo hin taane…