Dirree Dhawaattii Raawwiin Galmee Xalayaa eenyummaa Dijitaalaa fi Itiyoo Koodaroota Miiliyoona 5 sadarkaa irra jiru gamaagammiin gaggeefame.
Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Raawwiin hojii Galmee Xalayaa eenyummaa Dijitaalaa fi Itiyoo Koodaroota Miiliyoona 5 sadarkaa irra jiru ilaalchisuudhaan gamaagammiin gaggeefame. Xalayaa eenyummaa Dijitaalaan walqabatee Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Raawwiin irra jiru gaarii ta’uus j’oota 5 keessatti jiraatota kum 135 galmeessuun akka qabna jechuun Itti-Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuh ibsan. Obbo Harbiin ittidabaluuniis Dhimma…


