Piroojektoonni humanaa Beekmsa ofiiin biyya teenyatti kan jalqabde kan imalli badhàadhinaa milkeessanii jedhan Dargaggoonni
Dhaabilee Federaalaatti Goflaan Paartii Badhaadhinaa kañ Damee Kilaastara Dinagdee Piroojektoota humnaa Beekmsa ofiiin biyya teenyatti jalqabaman erga daawwataniin booda laataniif akka jedhanitti Piroojektoonni jalqabaman kun kan imala Badhaadhinaa Biyyi teenya jalqabde milkeessanii jedhan. Daawwwannaa kanaan Piroojektoota daawwataniin keessaa JiddugalTajaajila hawaasaa (Konveenshin) Sentar, Galii Kitaaba Ida’amuun kan Muummee Ministera Dr.Abiyyi Ahmadiin barreefameñ kan ijaarame Mana Kitaaba…


