Sagataan Jalqabsiisa Misooma Sululaa Qindaawaa Mataduree “Misooma Sululaa Qindaawaa Ji’oottan Bonaa Milkaa’ina Cehumsa Qonnaatiif! Jedhuun Araddaa Harillaatti Gaggeeffame.

Bulchinsa Dirree Dhawaa Kilaastara Waahel Araddaa Harillaatti Sagataan Jalqabsiisa Misooma Sululaa Qindaawaa Bara 2018 Mataduree “Misooma Sululaa Qindaawaa Ji’oottan Bonaa Milkaa’ina Cehumsa Qonnaatiif! Jedhuun Gaggeeffame. Sagantaa kanarratti argamuun haasaa baninsaa kan taasisan Kabajamoo Kantibaa Itti Aanaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuh Misoomni Sululaa Qindaawaan bara kanaa qabxiilee ijoo shan bu’ura godhachuun kan hojjetaman ta’uu…

Read More

Jiilli Kantiibaa Bulchiinsaa Obbo Kadiir Juhaariin Duurfamu Hojii Misooma Sululaa Ji’oota Bonaa Aanaa Assalissoo Araddaa Ganda Rigeetti jalqabsiisan.

Aanaalee baadiyaa Bulchiinsa afranitti kan argaman Araddoota baadiyaa 38 ho Hojii Misooma Sululaa Qindaawaan Ji’oota Bona bara 2018 “Misoomni Sululaa Qindaawaa Ji’oottan Bonaa Ce’umsa Milkaa’ina Qonnaaf” mataduree Jedhuun jalqabeeti jira. Sirna jalqabsiisa Hojii Misooma Sululaa kan Aanaa Assalissoo Araddaa Ganda Rigeetti argamuun kan jalqabsiisan Kantiibaan Bulchiinsaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar akka jedhanitti Hojii misooma…

Read More

Dargaggoonni Hojii Ijaarsa Misoomaa fi Nageenyaa irratti Dammaqinaan Hirmaachuu akka qaban insane.

Bulchiinsa Dirree Dhawaa Waajjira Aanaa 08 tti waajjirri Goflaa Dargaggootaa Koomishinii DDargaggootaa fi Ispoortii waliin ta’uun Gaggeessonni Bulchiinsaa Nageenyaa eegsisuu fi Misooma Saffisiisuu irratti shoots gumaachaniif Sagantaa Beekamtii fi Galateefannaa gaggeefame. Akkasumaas Waltajjicha irratti Filannoo Biyyaalessaa 7ffaan kan Naga’aa, Dimokraatawaa fi Amanamtummaa akka qabaatuuf ga’ee Dargaggoonni gumaachan irratti leenjiin kennameera. Waltajjicha irratti Kantiibaan Bulchiinsa Dirree…

Read More

Ayyaana Qullubbii Gabreelee sababeefachuun Hawaasni Muslimaa Naannawa Gabreelii Qulqulleessan.

Ayyaana Qullubbii Gabreelee sababeefachuun Hawaasni Muslimaa Mooraa Mana Amantaa Gabreelii fi Naannawa isaa Qulqulleessan. Ayyaanni Qullubbii Gabreelee kan nagaa fi jaalalaa akka ta’uuf yaadamee Hawaasni Muslimaa Mooraa Mana Amantaa Gabreelii fi Naannawa isaa Qulqulleessuu Hojiraawwachiisaa ol’aanaan Aanaa 02 Obbo Abeel Misraaq addeesaan. Hirmaatonni duula hojii qulqulinaa irratti hirmaatan yaada nuuf laataniin akka jedhanitti Dirreen Dhawaa…

Read More

Manneen Maatii HarkaQalleeyyii 20 Deeggarsa Maallaqaa Imbaasii Itoophiyaa Kan Keeniyaatirraa Argameen Ijaaraman Eebbifamuun Fayyadamtootaaf Furtuun Laatame.

Jiilli Ambaasaaddarootaa Ministeera hajaa Alaa Dr. Geediyoon Ximootiyoosin Durfamu Bulchiinsa Dirree Dhawaatti, Manneen Harka Qalleeyyii 20 hojii tola ooltummaa ji’oota Gannaatiin Baasii Qarshii Miiliyoona 20 Ministeerri Hajaa Alaa Imbaasii Keeniyaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa waliin tahuun Aanaa Waahel Araddaa Jalloo Ballinaa Ganda Diddiimtuu Cirriitti ijaarsisan eeybifamuun furtuun fayyadamtootaaf kennameeti jira. Saganticharratti argamuun haasaa kan taasisan Ministeerri…

Read More

Kabajamoo Kantibaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar Keessummoota Ayyaana Qullubbii Gabreel Kabajuuf gara Magaalaa Dirree Dhawaa Dhufaniif Simannaa Taasisan.

Muddee 19/2018 Kan Kabajamu Ayyaana Qullubbii Gabreel irratti hirmaachuuf Keessummoota gara magaalaa Dirree Dhawaa Dhufan Kabajamoo Kantibaa Kadiir Juhaar, Ajajaa Waliigala Poolisii Dirree Dhawaa Komishinar Alamuu Magaraa akkasumaas Hoggantoonni Bulchinsaa sadarkaan jiran waliin ta’uun Haara galfii seennaa Magaalaa Dirree Dhawaa “Gannat Mannaafashaa” jedhamuun beekamutti simannaa Baga Nagaan Dhuftanii taasisaniiti jiran. Sagantaa Simannaa Bulchiinsi Dirree Dhawaa,…

Read More

Jilli Abbootii Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Hojigaggeessaa Olaanaa Mana Lubummaa Waliigalaa Abbaa Saawiroosiifi Barreessaa Olaanaa Sinodosii Qulqulluu Abbas Doyosqoriyosiin Durfamu Ayyaana Qulluubbii Gabreelirratti Kabajuuf Dirree Dhawaa Galan.

jilli Hojigaggeessaa Mana Lubummaa Waliigalaa Ortodoksii Itoophiyaa Abuna Saawirosin durfamu kuni Ayyaana Gabreelii Muddee 192018 Magaalaa Qullubbiitti kabajamu sababeeffachuudhaan jalabultii ayyaanichaaf gara Magaalaa Dirree Dhawaa kan dhufe yommuu ta’u, jilichi Buufata Xiyyeearaa Idil Addunyaa Dirree Dhawaa yommuu gahutti Kabajamoo Kantibaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar, Dursaa Paappasii Mana Lallabaa Amantaa Ortodoksii Dirree Dhawaa Biyyattii…

Read More

Filannoon Biyyaaleessaa Itoophiyaa Barana Gaggeeffamu Haqa-qabeessa, Nageenyaafi Dimokraatawaa Akka Ta’ee Akka Xumuramu Dubartoonni Shoora Olaanaa Akka Qaban Ibsame.

Gurmuun Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaa Sosochii Filannoo Biyyaaleessaa Bara 2018 ilaalchisuun Waldorgommii gaafiifi Deebii Gaggeesse. Saganticharratti argamuun haasaa kan taasisan Hoggantuu Gurmuu Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Aadde Hukmiyaa Mohammed paartiin Badhaadhinaa dubartoota ga’oomsuufi aangessuurratti xiyyeeffannaa guddaan hojjechaa jiraachuu eeranii hiaannaafi fayyadamummaa dubartootaa akka mirkanaa’u dubartoonni hundumtuu gaheesaanii akka ba’atan dhaamaniiti…

Read More

Misooma Koriidaraa Baadiyaa Aanaalee Bulchiinsaatti hojjiirra oolchuuf hojii jalqabe cimsinee itti fufnaa jedhan.

Jiilli Itti Aanaa Kantiibaa Obbo Harbii Buuhiin duurfamu kan Naannawa Jiddugaleessa itoophiyaa Godina Addaa Silxee Aanaa Hulbarakitti Manneen Moodeelii Qonnaan Bultootaa ijaraman daawwachuu fi Muuxannoos Qoodateera jiilli Kun daawwannaa Misooma Koriidaraa Baadiyaa ergaa taasiseen Booda Itti Aanaa Kantiibaa Obbo Harbii Akka jeshanitti hojiin Misooma Koriidaraa Baadiyaa Kun Aanaalee Baadiyaa Bulchiinsaatti yeroo dhihoott kan hojjiirra oolu…

Read More

Jilli Hoggantoota Bulchinsaa Kabajamoo Kantibaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaariin Durfamu Magaalaa Jimmaatti Daawwannaa Hojiif Gaggeessaa Jira.

Jilli Hoggantoota Olaanoo Bulchinsa Dirree Dhawaafi Aanaalee 9n Magaalaafi Kilaastaroota Baadiyyaa Kabajamoo Kantibaa Kadiir Juhaariin Durfamu Daawwannaa Hojiif Magaalaa Jimmaatti gageessaa jiru. Jilichi kenninsa Tajaajilaa Fooddaa tokko, hojiirra oolmaa rifoormii biiroo naannoo hojii miijataafi araraafama tajaajilamtootaa hambisuuf sirna kenninsa tajaajilaa dijitaalawaa Magaalaa Jimmaatti hojiirra oolaa jiru naanna’uun daawwteeti jira. Kantibaa Magaalaa Jimmaa Obbo Xaahaa Qamar…

Read More