Jiilli Hooggantoota Bulchiinsaa Dirree Dhawaa Daawwannaa fi Muuxannoo hujilee misooma gara garaa qoodachuuf imale daawwannaan ittifufeeti jira.

Jiilli Hooggantoota Bulchiinsaa kan muuxannoo Guyyoota Lamaaf Imalaa jiru keessaa Green Kantiibaa obboo Kadir juhaariin duurfamu gara jimmaa kan imale yok tahuu Gareen Itti-Aanaa Kantiibaa Obbo Harbii Buuhiin duurfamu ammoo gara Waraabee imaluun hujilee Misooma Kooridara Baadiyaa Ganda Moodeela kan Naannoo Jiddugaleessaatti Godina Addaa Silxeetti gaggeesssaati jira.

Read More

Jiraattonni Magaalaa Dirree Dhawaa Hojii Misooma Koriidaraa Hojjetamaa Jiru Waan Danda’aniin Kan deeggaran Ta’uu Ibsan.

Bulchinsaafi Dirree Dhawaatti Hojii Misooma Koriidaraa Marsaa 2ffaa Aanaalee magaalaa 9 n keessatti kan Hojjetamaa Jiru yommuu ta’u, Jiraattonni aanaalee tokko tokko yaada DGCf kennaniiin hojiilee Misooma Koriidaraa Hojjetamaa jiran magaalattiin bareedduufi qulqulluu akka taatuuf hojii hojjetamu waan qabaniin kan deeggaran ta’uu ibsan. Hojiileen Misooma Koriidaraa marsaa kanaatiin ijaarsi daandii suphaa manneen daladalaa daandii moggaa,…

Read More

Dameewwan maraan Artefishaal Intalijansii fayyadamuun Akka Biyyaatti Guddina keenya saffisiisuuf kan gargaaru tahuun ibsame.

Jiilli Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamoo Obbo Kadiir Juhaariin duurfamu kan Gaggeessota Ol’aanoo Bulchiinsaa hammate Ejansii Artefishaal Intalijansii Itoophiyaatti daawwannaa hojii Muuxanannoo qoodachuu gaggeesseera. Daawwannaa kana irratti Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar Akka jedhanitti Imala Dirree Ismaartii Horachuuf jalqabame keessatti Bulchiinsa ammayaawaa dhug9omsuuf Dhawaa Dijitaaleessuuf jalqababame keessatti Artefishaal Intalijansii fayyadamuun bu’aan qabuus ol’aanaa…

Read More

Hojii Misooma Koriidaraa Bulchinsaatti Hojjetamaa Jiran Magaalattii Miidhagsuufi Hawwaattuu Taasisuun Bira Dabree Dargaggoota Hedduuf Carraa Hojii Bal’aa’ Kan Uume Ta’uun Insame.

Bulchinsa Dirree Dhawaatti Hojiin Misooma Koriidaraa Marasaa 2ffaa Aanaalee 9n Keessatti haala ariifachiisaan hojjetamaa kan jiru yommuu ta’u, dargaggoota hedduudhaaf carraa hojii kan uume ta’uun ibsame. Aanaa 04fi 05 keessatti hojiilee Misooma Koriidaraa hojjetamaa jiran ilaalchisuun Jiraattonni aanichaa yaada kennaniin hojiin Misooma Koriidaraa magaalaa qulqulleessuufi bareechuun alattis dargaggoota hedduuf carraa hojii uumaa jiraachuu ibsaniiti jiran….

Read More

Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar Gootummaan Nagaa Naannichaa Kabajchiisuusaaniitiin Badhaafaman.

Bulchinsi Dirree Dhawaa Gaggeessitoota Gootota Nagaa Naannichaa Eegsisuurratti Dirqamaafi Ergama Itti kenname Gootummaafi Gahumsaan Bahataniif Sagantaa Beekamtiifi galateeffannee Gaggeesse. Dhiheenyatti Yaalii Humni badii ABO shanee nageenya Naanni chaa Booreessuufi Taasise tarkaanfii Humni Nageenya Waloo Bahaa Qindoominaan fudhateen Fashalaa’uufi Humni badii kuni guutumaa guututti barbadaa’uun in yaadatama. Hoggantootaafi Miseensota qaamotii nageenyaa qindeessuudhaan nageenya waaraa akka uumamu…

Read More

Abjuufi Fedhii Diinonni Nageenya Bulchinsaafi Naannichaa Booressuuf Ka’e Fashaleessuun Nageenya Bulchinsaafi Gootummaafi Gahumsaan Eegsisan Galateeffachuu Barbaachisa.

Kabajamoo Kantibaa Kadiir Juhaar. Sagantaan Beekamtiifi Galateeffannaa Bulchinsi Dirree Dhawaa Gootata Gaggeessitoota Nageenya Naannichaa Eegsisuuf Dirqamaafi Ergama Isaanii Gootummaafi Gahumsaan Bahataniifi Dhaabbileefi Qaamota Tumsa Taasisaniif Qopheesse Yeroo Ammaa Kana Haala Miidhagina Qabuun Gaggeeffame. Dhiheenyatti Humni Shoorarkeessaa ABO Shanee Bulchinsa Dirree Dhawaafi Naannoolee Olaarratti Gocha Shoororkeessummaafi Nagaa Booreessuu gaggeesuu hordofee Humni nageenyaa waloo Bahaa Tarkaafii cimaa…

Read More

ojii Misooma Koriidaraa Magaalaa Dirree Dhawaatti jalqabameen Magaalattii miidhagsuuf tumsaa jirra jechuun “Jiraatonni Dirree Dhawaa” ibsan.

Bulchiinsa Dirree Dhawaatti jalqabame Magaalaa Dirree Dhawaa qabatamaa miidhagsuun jijjiiraa fi Jireenyaaf mijjeessaa jiraachuu qabatamaan waan argaa jirruuf nutiis tumsaa jirra jechuun Jraatonni Aanaa 06 kan Naannawa Kooneel ibsan. Hojiin Misooma Koriidaraa Magaalaa Dirree Dhawaatti gaggeefamaa jiru Magaalattii Dulloomtee turtle haarayoomsuun Akka haaraatti nu daddamaqsaa jiraa jechuun himan Komishinarii Koomishinii Dargaggootaa Ispoortii Bulchiinsa Dirree Dhawaa…

Read More